Korichi komiin tajaajila kenniinsa elektirikaarratti ka’u furamuu akka qabu yaadachiise
Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC) – Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti koreen dhaabbii dhimmota qabeenya uumamaa, Jallisii fi Iinarjii komiin ummanni tajaajila kenniinsa…