Oduu biyya keessaa Balaa Konkolaataa muudateen lubbuun namoota 10 darbe Sifen Megersa Sep 12, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2013 (FBC) –Naannoo Amaaraa Godina Goojjam Bahaa aanaa Anadaadii fi magaalaa Adaamaatti balaa Konkolaataa muudateen lubbuun namoota 10 darbe. Naannoo…
Idil Addunyaa Afgaanistaan Taalibaan waliin marii nagaa seenaa qabeessa eegaluufi Sifen Megersa Sep 12, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2013 (FBC) – Mariin nagaa yeroo jalqabaaf mootummaa Afgaanistaanii fi garee Taalibaan jidduutti taasifamu eegaluuf jedhame. Marii kanarratti argamuuf…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaarraa dandamatanii kuma 24 ga’eera Sifen Megersa Sep 12, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetiin namoonni dabalataa789 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era. Sa’aa 24 kaleessa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach qaama miidhamtootaf Wiilcharoota arjooman Sifen Megersa Sep 11, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2013 (FBC) – Itti aantuu Kaantibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee Wilcharoota 300 qaama miidhamtootaf arjooman. Aadde Adaanach kabaja ayyaana…
Oduu biyya keessaa Giiftii Dureen daa’imman giddugala guddisa daa’immanii keessa jiraatan laaqana affeeran Sifen Megersa Sep 11, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2013 (FBC) – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachaw daa’imman giddugala guddisa daa’immanii keessa jiraatan laaqana affeeran. Giiftii Duree Zinnaash…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad Faawundeeshinii Diibooraa daawwatan Sifen Megersa Sep 11, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Faawundeeshinii Diibooraa daawwataniiru. Dooktar Abiy Ahimad hojii Faawundeeshiniin Diibooraa…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad Maanguddoota, warreen daandirra jiraatanii fi qaama miidhamtootaf… Sifen Megersa Sep 11, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad maanguddoota, warreen daandirra jiraatanii fi qaama miidhamtootaf affeerraa laaqanaa taasiisan. Bara…
Idil Addunyaa Baankiin Misooma Afriikaa Ardiichatti weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf kan oolu baajata Doolaara… Sifen Megersa Sep 11, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 1,2013 (FBC) - Baankiin Misooma Afriikaa Ardiichatti weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf kan oolu baajata Doolaara miiliyoona 27.33 raggaase. Maallaqni kun…
Oduu biyya keessaa Ce’umsi baraa gara baraatti godhamu hiikaa akka qabaatuuf yaada haaraa fi tarkaanfataan dabaallamuu… Sifen Megersa Sep 11, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2013 (FBC) – Ce’umsi baraa gara baraatti godhamu hiikaa akka qabaatuuf yaada haaraa fi tarkaanfataan dabaallamuu qaba jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Lammileen Ityoophiyaa 147 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaatti deebi’an Sifen Megersa Sep 11, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2013 (FBC) - Lammileen Ityoophiyaa 147 Saa'ud Arabiyaarra gara biyyaatti deebi’an. Ityoophiyaanoota Godaansan Saa’ud Arabaiyaatti rakkoo keessa jiran…