Oduu biyya keessaa Godina Gujii Lixaa fi Godina Booranaatti filannoon gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Gujii Lixaa Bulee Horaa fi Godina Booranaa Mooyaalee fi Yaaballootti filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan gaggeeffamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii fi Magaalaa Asallaatti Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Arsii fi Magaalaa Asallaatti Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan haala gaariin gaggeeffamaa jira jedhame. Filannoon kanarratti qaama…
Oduu biyya keessaa Godina Baaleetti filannoon marsaa 6ffaan gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaa Godina Baaleetti filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan haala tasgabbii qabuun gaggeeffamaa jira. Feesbuukii keenyan dabalata…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Aarbaa Mincitti filannoon marsaa 6ffaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Magaalaa Aarbaa Mincitti adeemsi sagalee laachuu filannoo marsaa 6ffaa gaggeeffamaa jira. Magaalichatti buufataaleen filannoo 192 irratti…
Oduu biyya keessaa Naannoo Filannoo Aanaa Kofalee Buufata Filannoo Magaalaa Kofalee lakkoofsa 02 Ltti filannoon… Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Naannoo Filannoo Aanaa Kofalee Buufata Filannoo Magaalaa Kofalee lakkoofsa 02 L tti ummanni kaardiisaatiin sagalees laataa jiru.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Shaashamannee buufata filannoo Faajjii Meexxii lakkoofsa 2ffaatti filannoon gaggeeffamaa… Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Naannoo filannoo Shaashamannee buufata filannoo Faajjii Meexxii lakkoofsa 2ffaatti hawaasni ba’ee sagalee kennaa jira. Buufata kanatti…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii Lixaa Magaalaa shaashamanneetti filannoon gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Arsii Lixaa Magaalaa shaashamanneetti filannoon gaggeeffamaa jira. Magaalichatti buufata filannoo Araadaa lakkoofsa 3tti filannoon…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Dirree Dawaatti filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Magaalaa Dirree Dawaatti filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan haala hoo’aa ta’een gaggeeffamaa jira. Jiraattoonni magaalichaa hiriiraan…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaa dabalatee Aanaalee naannawaa isheetti filannoon eegalame Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Magaalaa Adaamaa dabalatee Aanaalee naannawaa isheetti filannoon eegalameera. Magaalaa Adaamaatti buufanni filannoo 3 fi buufataaleen…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Goondaritti filannoon eegale Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Naannoo Amaaraa magaalaa Goondaritti buufata filannoo Waarkaatti filannoon marsaa 6ffaa biyyaaleessaa jalqabameera. Buufata kanatti namoonni…