Oduu biyya keessaa Magaalaa Aggaaroo fi Jimmaatti filannoon eegale Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Magaalaa Aggaaroo fi Jimmaatti filannoon eegalameera. Filannichi taajjabdoonni korojoon filannoo duwwaa ta'uusaa erga mirkaneessaniin booda…
Oduu biyya keessaa Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan kutaalee biyyattii filannoon itti gaggeeffamu hundatti eegalame Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Filannoon biyyaalesaa marsaa 6ffaan kutaalee biyyatti filannoon itti gaggeeffamu hundatti eegalameera. Magaalaa Aggaaroo, Dirree Dawaa,…
Oduu biyya keessaa Dirree Dawaatti buufataaleen filannoon akka itti hin gaggeeffamne dhorkamanii turan 6 guyyoo boruu… Sifen Megersa Jun 20, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa Bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaatti buufataaleen filannoon akka itti hin gaggeeffamne dhorkamanii turan 6…
Ispoortii Taphoota Waancaa Awurooppaan Xaaliyaaniin Weelsi, Siwiizaarlaand Tuurkii injifatan Sifen Megersa Jun 20, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) – Taphni Waancaa Awurooppaa Xaaliyaaniin fi Weelsi gidduutti gaggeeffame olaantummaa Xaaliyaaniin xumurameera. Xaaliyaaniin goolii 1 fi 0n Weelsi…
Oduu biyya keessaa Sagantaan dhaabbii biqiltuu mata duree ‘Nan filadha Ashaaraa Magaariisaa kiyyas nan ka’aa’ jedhu… Obse Wakgari Jun 20, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Ministeerri Qonnaa sagantaan dhaabbii biqiltuu mata duree ‘Nan filadha Ashaaraa Magaariisaa kiyyas nan ka’aa’ jedhu guyyaa boruu ni gaggeeffamaa jechuun…
Oduu biyya keessaa Naannolee filannoo saanduqoonni cuquliisni waraqaa sagalee laachuu qabatan banamanii argamanitti… Obse Wakgari Jun 20, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Naannolee filannoo saanduqoonni cuquliisni waraqaa sagalee laachuu qabatan banamanii argamanitti filannoon hin gageeffamnee ta’uu Boordiin Filannoo…
Oduu biyya keessaa Komishiinichi filannoo guyyaa boruu karaa nagaan akka gaggeeffamuuf qophii duraa xumuru ibse Obse Wakgari Jun 20, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)-Komiishinii Poolisiin Oromiyaa filannoo guyyaa boruu karaa nagaan akka gaggeeffamuuf qophii duraa xumuru ibseera. Komishiinichi qophii hundaa xumuree…
Oduu biyya keessaa Buufataalee filannoo magaalaa Adaamaa dabalatee godina Shawaa bahaa meeshaaleen filannoo qaqqabeera Obse Wakgari Jun 20, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Buufataalee filannoo magaalaa Adaamaa dabalatee godina Shawaa bahaa meeshaaleen filannoo qaqqabuu ibsame. Buufataleen filannoo kunnee…
Oduu biyya keessaa Godina Booranaatti filannoo marsaa 6ffaa gaggeeffamuuf qophiin xumurame Sifen Megersa Jun 20, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) - Godina Booranaatti Filannoo marsaa 6ffaa boru gaggeeffamuuf qophiin xumuramuu Boordiin Filannoo Damee godinichaa beeksiise. Jiraattoonni…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Somaaliyaan waliigaltee daldalaa mallatteessan Obse Wakgari Jun 20, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Ityoophiyaa fi Somaaliyaan waliigaltee daldalaa mallatteessaniiru. Biyyoonni lamaan waliigaltee daladalaa oomishaa qurxummii Mooqaadishoo gara…