Mootummaan Chaayinaa talaallii Covid -19 doozii kuma dhibba 1 Ityoophiyaaf arjoome
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) - Mootuummaan Chaayinaa gama Dhaabbata Fannoo Diimaa Chaayinaan Waldaa Fannoo Diimaa Ityoophiiyaaf talaallii Covid -19 doozii kuma dhibba 1 arjoomera.…