Namoonni dhuunfaan yakka cimaa raawwachuurratti bobba’anii turan 34 to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfaan yakka cimaa raawwachuurratti bobba’anii turan 34 to’atamuu Komishiniin Poolisii magaalichaa…