Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin erga baga gammadanii…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Gareen Biyyaalessaa Ityoophiyaa gara Waancaa Afrikaatti darbuun…