Oduu biyya keessaa Wallagga Bahaatti eeggattummaa hambisuuf hojjetamaa jira Ayana Dheressa Jul 9, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) – Buusaan Gonofaa Oromiyaa Dameen Godina Wallagga Bahaa godinichatti eeggattummaa hambisuuf hojjetamaa jira jedhe. Buusaa Gonofaa Oromiyaa Dameen…
Ispoortii Kaarloo Anchilootiitti adabbiin hidhaa waggaa tokkoo murtaa’e Ayana Dheressa Jul 9, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) – Leenjisaa duraanii Riyaal Maadriiid Kaarloo Anchilootiitti adabbiin hidhaa waggaa tokkoo itti murtaa’eera. Kaarloo Anchilootiin gochaa gibira waliin…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Ashaaraa Magariisaa jijjiirama dinqisiisaa argisiiseera- Dooktar Raamiiz Alaakaabaaroov Ayana Dheressa Jul 9, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) – Itti aanaan Barreessaa Olaanaa Mootummoota Gamtoomaniifi Itiyoophiyaatti Qindeessaan Deeggarsa Namoomaa Dooktar Raamiiz Alaakaabaaroov Sagantaan Ashaaraa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa misoomaan walitti hidhuuf hojjechaa jirti- Obbo Adam Faaraah Tsehay Guluma Jul 9, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan biyyoonni Afrikaa misoomaan haaloota walitti hidhamu danda’anirratti xiyyeeffannoon hojjechaa jirti jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti…
Biiznasii Magaalichatti galii Birrii biiliyoonni 200 fi biiliyoonni 33 sassaabame Ayana Dheressa Jul 9, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee bara baajataa 2017’tti galii Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 33 sassaabe. Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech…
Oduu biyya keessaa Jijjiirama qabeenya qilleensaa Afrikaaf deebii kennuuf deeggarsi idil Addunyaa cimu qaba-Dooktar… Tsehay Guluma Jul 9, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsuum Asaffaan Jijjiirama qabeenya qilleensaa Afrikaaf deebii kennuuf deeggarsi idil Addunyaa cimuu…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan damee teeknooloojiin hojii dinqisiisaa hojjechaa jirti- Ministiroota biyyoottanii Ayana Dheressa Jul 9, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan guddina ishee saffisiisuuf hojiin damee teeknooloojiin hojjechaa jirtu dinqisiisaa jedhan Ministiroonni biyyoota garaagaraa Fooramii Carraa…
Oduu biyya keessaa Hojjettoonni qisaasamaafi hanna ittisuun amanamummaafi kutannoon hojjechuu qabu- Kantiibaa Adaanech… Ayana Dheressa Jul 9, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen hojjettoonni qisaasamaafi hanna ittisuun amanamummaafi kutannoon hojjechuu akka qaban hubachiisan.…
Ispoortii Pireezidaanti Doonaald Tiraampi tapha xumuraa kilaboota addunyaa isteediyeemiitti argamuun ni… Ayana Dheressa Jul 9, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi dorgommii tapha waancaa xumuraa kilaboota addunyaa isteediyeemiitti argamuun ni daawwatu. Doonaaldi…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli tola ooltummaa walooma cimsuu keessatti gahee olaanaa qaba- Obbo Adam Faaraah Ayana Dheressa Jul 9, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2017(FMC)- Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasiifi Pireezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa obbo…