Oduu biyya keessaa Buufanni xiyyaaraa Teeppii hojii eegale Ayana Dheressa Jul 8, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Buufanni xiyyaaraa xiqqaan Teeppii waggoota dheeraa booda guyyaa har’aa irra deebiin tajaajila kennuu eegaleera. Ministirri Ministeera Geejjibaafi…
Oduu biyya keessaa Hojiin sagantaa Ashaaraa Magariisaa eegumsa biyyoo fi Bishaaniin walitti hidhuu bal’inaan hojjetamaa… Ayana Dheressa Jul 8, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) –Hojiin eegumsa biyyoo fi Bishaanii waqtii Bonaa hojjetamaa ture sagantaa Ashaaraa Magariisaan walitti hidhuun bal’inaan hojjetamaa jira. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Hirkattummaa hambisuun lammiilee rakkoolee adda addaaf saaxilaman humna ofiin deeggaruun dhimma… Sifen Megersa Jul 8, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Hirkattummaa hambisuun lammiilee rakkoolee garaagaraaf saaxilaman humna ofiin deeggaruun dhimma birmadummaati jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee…
Oduu biyya keessaa Barattoonni Saayinsii Hawaasaa qormaata xumura kutaa 12ffaa fudhachaa jiru Yonatan Birhanu Jul 8, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa barattoonni Saayinsii Hawaasaa kumni 200 fi kumni 99 qormaata xumuraa kutaa 12ffaa fudhachaa jiraachuu hime.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad hojjettoota Waajjira Ministira Muummee waliin biqiltuu dhaaban Ayana Dheressa Jul 8, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa hojjettoota Waajjira Ministira Muummee waliin biqiltuu dhaabaniiru. Ministirri Muummee…
Ispoortii Morkii Cheelsii fi Filuumineensee gidduutti taasifamu Sifen Megersa Jul 8, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Tapha walakkaa xumuraa waancaa kilaboota addunyaan taphni har’a Cheelsii fi Filuumineensee gidduutti taphatamu ni eegama. Dorgommiin haala qilleensaa…
Ispoortii Ivaan Raakiitiich tapha Kubbaa Miilaa dhaabe Sifen Megersa Jul 7, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2017 (FMC) – Lammiin Kirooshiyaa taphataan duraanii Baarseloonaa Ivaan Raakiitiich tapha Kubbaa Miilaa dhaabuu beeksise. Taphataan sarara gidduu duraanii…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii BRICS cinatti mariin hariiroo biyyoota garaagaraa waliin jiru cimsan gaggeeffamaniiru –… Tsehay Guluma Jul 7, 2025 0 Finfinnee, Waxabajii 30, 2017(FMC) - Yaa’ii BRICS cinatti hoggantoota biyyoota garaagaraa waliin mariwwan gamlamee hariiroo biyyootaa cimsan gaggeeffamaniiru jedhan Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Aanaa Gursumitti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 6 darbe Tsehay Guluma Jul 7, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2017 (FMC)- Godina Harargee Bahaa Aanaa Gursumitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbe. Balaan kun konkolaataan deddeebisaa uummataa aanaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin BRICS gama hundaan milkaa’aa ture- Dooktar Laggasaa Tulluu Tsehay Guluma Jul 7, 2025 0 Finfinnee, Waxabajii 30, 2017(FMC) - Yaa’iin BRICS fi hirmaannaan Itiyoophiyaagama hundaan milkaa’aa ture jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluun.…