Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaant Saahilawarq Zawdeen durfamu Hararii gale Obse Wakgari Mar 26, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC)- Jilli Preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdeen durfamu Harariin galeera. Jilichi buufata xiyyaaraa Dirree Dawaa wayita ga’u Preezdaantiin naannoo…
Ispoortii Dooktar Abiy garee kubbaa miilaa biyyaalessaa Ityoophiyaaf carraa gaarii hawwan Sifen Megersa Mar 26, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad garee kubbaa miilaa biyyaalessaa Ityoophiyaaf carraa gaarii hawwaniiru. Garee kubbaa…
Oduu biyya keessaa Jijjiirrama akka biyyatti dhufe keessatti ga’een dargaggootaa olaanadha – Aadde Adaanach Abeebee Sifen Megersa Mar 26, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Jijjiirrama akka biyyatti dhufe keessatti hirmaannaan dargaggootaa olaanaa ta’uu itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee…
Oduu biyya keessaa Naannoon Kibbaa, Soomaalee fi Afaar lammiilee naannoo Tigraayiif deeggarsa Birrii miiliyoona 53… Sifen Megersa Mar 26, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Naannoon Kibbaa, Soomaalee fi Afaar lammiilee naannoo Tigraayiif maallaqaa fi akaakuun deeggarsa Birrii miiliyoona 53 taasiisaniiru. Ummanni…
Ispoortii Dhaloota Teeknooloojii waliin tarkaanfachuu danda’u horachuun barbaachisaadha jedhame Sifen Megersa Mar 26, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Dhaloota Teeknooloojii waliin tarkaanfachuu danda’u horachuun barbaachisaa ta’uu Ejansiin Barnoota Ogummaa fi Teeknikaa Federaalaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti kaleessa balaawwan ibiddaa qaqqabeen qabeenyi tilmaamaa miiliyoona 6 ol barbadaa’e Obse Wakgari Mar 26, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti kaleessa balaawwan ibidda qaqqabeen qabeenyi tilmaamaa Birrii miiliyoona 6 olii barbadaa’uu Komishiniin Hooggansa Sodaa Balaa fi…
Oduu biyya keessaa Naannoo Kibbaa aanaa addaa Baaskeettootti walitti bu’iinsa walii waliinii ka’een namoonni dhuunfa 35… Obse Wakgari Mar 26, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC)- Naannoo Kibbaa aanaa addaa Baaskeettootti walitti bu’iinsa walii waliinii ka’een namoonni dhuunfa 35 miidhaa qaqqabsisaniiru jedhaman hidhan adabaman.…
Ispoortii Yaa’iin waliigalaa Federeeshinii Ispoortii Yuunvarsiitiwwan Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Mar 26, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Yaa’iin waliigalaa Federeeshinii Ispoortii Yuunvarsiitiwwan Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame. Mata duree ‘addunyaa Ispoortii…
Oduu biyya keessaa Jilli aadde Caaltuu Saaniin durfamuu proojektiwwan magaalaa Shaashamannee daawwate Obse Wakgari Mar 26, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC)- Jilli itti aantuu Preezdaantii fi Qindeessituu Kilaastara Magaalota naannoo Oromiyaaa, Aadde Caaltuu Saaniin durfamu proojektiwwan magaalaa…
Ispoortii Komooroos yeroo jalqabaaf Waancaa Afrikaaf dabarte Sifen Megersa Mar 26, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Komooroos seenaa keessatti yeroo jalqabaaf Waancaa Afrikaaf dabarte. Komoroos biyya ummata kuma dhibba 9 gadi qabdu yoo taatu yeroo jalqabaaf…