Oduu biyya keessaa Naannoo hospiitaala Zaawdituutti balaan ibiddaa qaqqabe Obse Wakgari Nov 16, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinnee naannoo hospitaala Zaawdituutti balaan ibiddaa qaqqabeera. Balichi daandii Shaaraatani gara ambaasaaddar geessutti addabaabaayii…
Oduu biyya keessaa Nagaa kabachiiftoonni Abiyyeetti bobba’an haala yeroo irratti mari’atan Wabi Fufa Nov 16, 2020 0 Finfinnee Sadaasa 7, 2013 (FBC) - Nagaa kabachiiftoonni Abiyyeetti bobba’an haala yeroo irratti mari’atan. Hoggantoonni fi miseensoonni naagaa kabachiiftootaai Motaraaydii 23ffaa Sudaan…
Waajabila Faanaa Makoodii dorgommii Beeljiyem dolaara miiliyoona lamatti siquun gurguramte Wabi Fufa Nov 16, 2020 0 Finfinnee Sadaasa 7, 2013 (FBC) -Makoodii dorgommii Beeljiyem dolaara miiliyoona lamatti siquun gurguramte. Makoodii yookaan Gugeen wal dorgommi Beljiyeeem, rikoordii haaraan doolaara…
Oduu biyya keessaa Ogeeyyiin yaala fayyaa 48 tarkaanfii naannoo Tigraayitti olaantummaa seeraa kabachiisuuf fudhatamaa… Sifen Megersa Nov 16, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) - Ogeeyyiin yaala fayyaa 48 dhaabbilee fayyaa magaalaa Finfinnee keessa walitti babba’an tarkaanfii naannoo Tigraayitti olaantummaa seeraa kabachiisuuf…
Oduu biyya keessaa Odeeffannoon aanga’oonni Ityoophiyaa Ugaandaatti ABUT waliin mari’achuuf jechuun tatamsa’aa jiru… Sifen Megersa Nov 16, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) - Odeeffannoon aanga’oonni Ityoophiyaa Ugaandaatti ABUT waliin jaarsuummaa ta’uuf jechuun miidiyaalee garaagaraan tatamsa’aa jiru soba ta’uu koreen…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti baniinsi manneen barnootaa yeroo hin murtoofnef dheereffame Wabi Fufa Nov 16, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2013 (FBC) - Oromiyaatti baniinsi manneen barnootaa yeroo hin murtoofnef dheereffame. Biiroon Barnootaa Oromiyaa "COVID-19" booda manneen barnootaa Sadaasa 7, 2013…
Oduu biyya keessaa Warshaan Sukkaaraa Walqaayit xiyyaaran tumameen ololli haasa’ame soba jedhe Koorporeeshiniin… Wabi Fufa Nov 16, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2013 (FBC) - Warshaan Sukkaaraa Walqaayit xiyyaaran tumameen ololli haasa'ame soba jedhe Koorporeeshiniin Sukkaaraa. Dooktar Dabratsiyoon G/mikaa'eel ibsi akka waan…
Oduu biyya keessaa Gabaasa qorannaa sa’aa 24 darbeetin Ityoophiyatti namoonni 399 vaayrasii koroonaatin yoo… Wabi Fufa Nov 16, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2013 (FBC) Gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin Ityoophiyatti namoonni 399 vaayrasii koroonaatin yoo qabaman, 4 lubbuun isaanii darbeera. Gabaasa Ministeerri Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Turki duula olaantummaa seeraa mootummaan Ityoophiyaa naannoo Tigiraayitti gaggeessa jiru… Wabi Fufa Nov 15, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2013 (FBC) - Mootummaan Turki duula olaantummaa seeraa mootummaan Ityoophiyaa naannoo Tigiraayitti gaggeessa jiru akka gargaaru Ministirri Dhimmaa Alaa biyyatti…
Oduu biyya keessaa Qonnaan bultootnii fi daldaltootni magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Boolee fi Lammii Kuraa Raayyaa… Wabi Fufa Nov 15, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2013 (FBC) – Qonnaan bultootnii fi daldaltootni magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Boolee fi Lammii Kuraa Raayyaa Ittisa Biyyaaf sangoota 142 arjooman. Olaantummaa…