Fayyaa Moozaambik duula talaallii COVID-19 har’a ni eegalti Obse Wakgari Mar 8, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC)- Moozaambik duula talaallii vaayrasii koroonaa har’a ni eegalti jedhameera. Kanaafis ogeeyyiin fayyaa wayita hojiirra jiranitti vaayrasiichaaf…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy magaalaa Bahaar Daaritti Riqicha Laga Abbay irratti hojjetamaa jiru daawwatan Sifen Megersa Mar 8, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Bahaar Daaritti Riqicha Laga Abbay irratti hojjetamaa jiru daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa laatamaa jira Sifen Megersa Mar 8, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) - Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2012 guutuu biyyaatti laatamuu eegaleera. Qormaanni biyyaalessa kutaa 12ffaa bara 2012…
Oduu biyya keessaa Waldaan Misooma Oromiyaa lammiilee Ityoophiyaa Oromiyaa keessa jiratan hunda fayyadamoo taasiisuuf… Sifen Megersa Mar 7, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 28, 2013 (FBC) – Konfaransiin Waldaa Misooma Oromiyaa magaalaa Finfinneetti gaggaaffameera. Waldaan Misooma Oromiyaa jalqabumarraa misooma biyyaaf kan dhaabbate…
Uncategorized Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,109 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Mar 7, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 28, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,109 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 9 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Fayyadamtoonni geejjibaa motora maleeyyii % 50 ol dubartoota akka ta’aniif hojjatamaa jiraachuun… Wabi Fufa Mar 7, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 28, 2013 (FBC) – Fayyadamtoonni geejjibaa motora maleeyyii % 50 ol dubartoota akka ta’aniif hojjatamaa jiraachuu Ministeerri Geejjibaa beeksise. Damee Geejjibaan…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad proojaktii Gorgoraa eeggalchiisan Wabi Fufa Mar 7, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 28, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad proojaktii ijaarsa Gorgoraa guyyaa har’aa eeggalchiisaniiru. Sirnicharratti Itti Aanaa Muummee…
Oduu biyya keessaa Manni jireenya seeraan ala qabame ture 201qaama midhamtoota, Manguddootaa fi namoota daandii cinaa… Wabi Fufa Mar 7, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 28, 2013 (FBC) – Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Addis Katamaatti qaama midhamtoota,…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy naannoo Amaaraatti Qamadii Gammoojjii jallisiin Qoogaatti misoomaa jiru daawwatan Sifen Megersa Mar 7, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 28, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad naannoo Amaaraatti Qamadii Gammoojjii jallisiin Qoogaatti misoomaa jiru daawwataniiru. Dawwannaa…
Oduu biyya keessaa Sosochiin jajjabina qaamaa dubartoota kuma 50 ol hirmaachise addabaabayii Masqalaatti gaggeeffame Sifen Megersa Mar 7, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 28, 2013 (FBC) – Guyyaa dubartootaa idil addunyaa'March 8' sababeeffachuun Sosochiin jajjabina qaamaa dubartoota kuma 50 ol hirmaachise addabaabayii Masqalaatti…