Dooktar Abrahaam Balaay Ambaasaaddara Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC) - Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Abrahaam Balaay Ambaasaaddara Chaayinaa Zyi'aa'oo Zyiihihuu waliin mari'ataniiru.…