Roobni tibbana Ityoophiyaa fi Keeniyaatti roobe weerara hoomaa awwaannisaaf sababa olaanaa ta’uu…
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC) –Kibbaa Ityoophiyaa fi Kaabaa Keeniyaatti Roobni tibbana roobe weerarri hoomaa awwannisa gammoojjii akka babal’atuuf sababa ta’uu akka danda’u…