“Ityoophiyaan biyya murna tokkoon ijaaramte osoo hin taane biyya aarsaa sabaa fi sablammootaan…
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC) - Mootummaan Naannoo Oromiyaa yaadannoo injifannoo Adwaa waggaa 125ffaa bifa adda ta’een kabajuuf qophiin xumuramuu isaa beeksise.…