Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Doomiiniik Raab waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 26, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makkoonniin Ministiraa Dhimma Alaa Ingiliz Doomiiniik Raab waliin…
Oduu biyya keessaa “Pilaanin Magaalaa lafa akka hin buuneef sababni ijaarsa seeraan alaati’’ – Bulchiinsa Magaalaa… Wabi Fufa Nov 26, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Buraayyuu ijaarsa seeraan alaafi saaminsa lafaa xiqqeessuuf hawaasa magaalitti 6000 ol ta’aniif hubannoo uumeera. Kanaanis,…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisa Biyyaa duula marsaa xumuraa fi sadaffaan akka raawwatu ajaja kennuu Muummeen… Wabi Fufa Nov 26, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) –Raayyaan Ittisa Biyyaa duula marsaa xumuraa fi sadaffaan akka raawwatu ajaja kennuu Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad beeksisaniiru. Duula kanaan…
Oduu biyya keessaa Gareen badii ABUT haleellaa Maayikaadiraatti raawwate Maqaleetti irra deebi’uuf socho’aa jiraachuu… Obse Wakgari Nov 26, 2020 0 Finfinne, Sadaasa 17, 2013 (FBC)- Gareen badii ABUT haleellaa Maayikaadiraatti raawwate Maqaleetti irra deebi’uuf socho’aa jiraachuu Komishiniin Poolisii Federaalaa ibseera. Komishinichi…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Deeviid Ku’arii waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 26, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makkoonniin Muummee Ministiraa Biriitaaniyaatti Ministira…
Ispoortii Diyeegoo Maradoonaa umrii waggaa 60tti boqate Obse Wakgari Nov 26, 2020 0 Finfinne, Sadaasa 17, 2013 (FBC)- Taphaataa Arjantiinaa fi leenjisaa garechaa kan ture Diyeegoo Maradoonaa umrii waggaa 60tti boqateera. Maradonaan dhibee onnee tasaan manasaa keessatti…
Oduu biyya keessaa Guyyaan sabaa fi sablammootaa boruu Jigjigaatti ni kabajama Sifen Megersa Nov 25, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Guyyaan sabaa fi sablammootaa guyyaa boruu bakka bakka buutoonni naannoo argamanitti Jigjigaatti kan kabajamu ta’uu ibsameera. Kabaja…
Oduu biyya keessaa Imbaasichi ambaasaaddaroota biyyoota Afrikaa teessoo isaanii Kaayiroo taasiifataniif haala… Sifen Megersa Nov 25, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Gibtsitti Ambaasaaddaarri Ityoophiyaa Maarqos Takleen ambaasaaddaroota biyyoota Afrikaa teessoo isaanii Kaayiroo taasiifataniif tarkaanfii mootummaan…
Teeknooloojii Magaalichatti Awutoobisii humna elektiriikaan socho’u yaaluu eegaluuf qophiin taasiifamaa jiraachuu… Sifen Megersa Nov 25, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Awutoobisii humna elektiriikaan socho’u yaaluu eegaluuf qophiin taasiifamaa jiraachuu ibsame. Biiroon Geejjibaa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun Preezdaantii Sudaan Kibbaa waliin haala yeroorrattai mari’atan Sifen Megersa Nov 25, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Gorsaan dhimma Nageenyaa Muummee Ministiraa obbo Gadduu Andaargaachaw Preezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir waliin dhimma haala yeroorratti…