Idil Addunyaa Humni qilleensa Israa’eel bakka waraana Sooriyaa haleele Obse Wakgari Aug 4, 2020 0 Finfinnee, Adooleessa 28, 2012 (FBC) – Humni qilleensa Israa’eel bakka waraana Sooriyaatti xiyyeeffachuun haleelera. Humni rayyaa ittisa biyyaa Israa’eel haleellicha kan raawwatee…
Oduu biyya keessaa Ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessatiin booda miidhaa qabeenyaa, qaamaa fi lubbuu namaa qaqqabeen… Obse Wakgari Aug 4, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessatiin booda miidhaa qabeenyaa, qaamaa fi lubbuu namaa qaqqabeen kan shakkaman mana murtii dhiyaatan. …
Balballoommii fi yaada Finfinneetti meeshaaleen seeraan alaa to’ataman Obse Wakgari Aug 4, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti meeshaaleen seeraan alaa 102 to'atamuu Koomiishiniin Poolisii Federaalaa beeksise. Shugguxoonnii fi meeshaaleen…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabaman kuma 19 darbeera Obse Wakgari Aug 4, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namoonni 19,289 vaayrasii koroonaatin qabamaniiru. Gabaasa qorannaa sa'aa 24 amma kaleessatiin namoota 583 irratti…
Vaayrasiikoroonaa Weerara koroonaa ittisuuf falli waaraan hin jiraatu ta’a -Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Obse Wakgari Aug 3, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2012 (FBC) – Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf falli waaraan hin jiraatu ta'a jedhe Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa. Daayreektarri olaanaan dhaabbatichaa…
Fayyaa Oromiyaatti vaayrasii koroonaatin lubbuun namoota 2 yoo darbu, 81 vaayrasichaan qabamaniiru Obse Wakgari Aug 3, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti vaayrasii koroonaatin lubbuun namoota 2 yoo darbu, 81 vaayrasichaan qabamaniiru. Oromiyaatti gabaasa qorannaa…
Oduu biyya keessaa Hagayya dhumaa as galmeen barattootaa hin jalqabamu -Ministeera Barnootaa Obse Wakgari Aug 3, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2012 (FBC) – Hagayya dhumaa as galmeen barattootaa kan hin jalqabamne ta'uu Ministeerri Barnootaa FDRI beeksise. Manneen barnootaa tokko tokko maatii…
Oduu biyya keessaa Waggoottan kurnan itti aananitti aanaalee biyyattii aspaaltiin walqunnamsiisuuf karoorfameera Obse Wakgari Aug 3, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2012 (FBC) –Waggoottan kurnan itti aananitti aanaalee biyyattii mara daandii aspaaltiin walqunnamsiisuuf karoorfamuun ibsame. Ijaarsichaan…
Oduu biyya keessaa Mariin sadee Hidha Haaromsaa adda citee ture har’a itti fufa Obse Wakgari Aug 3, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2012 (FBC) –Mariin sadee Hidha Haaromsaa adda citee ture har'a itti fufa. Mariin Gamtaa Afrikaatin duurfamuu fi yeroof adda citee ture, har'a kan itti…
Teeknooloojii Maayikiroosooft ga’ee Tiiktook Ameerikaan qabdu bituuf marii itti fufuufi Obse Wakgari Aug 3, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2012 (FBC) – Maayikiroosooft ga'ee Tiiktook Ameerikaan qabdu bituuf marii itti fufuufi. Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp appilikeeshiniin…