Oduu biyya keessaa Guyyaan daa’immanii Hawaasaatti kabajameeraa Obse Wakgari Nov 20, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Guyyaan daa’immanii akka addunyaatti yeroo 13ffaaf akka Ityoophiyaatti ammoo yeroo 15ffaaf naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaatti kabajameera. Ayyanichi…
Oduu biyya keessaa Ummanni Tigraay garbummaa keessa jirurraa ni bilisooma –Paartii Badhaadhinaa Sifen Megersa Nov 20, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC) – Ummanni Tigraay garbummaa keessa jirurraa kan bilisoomu ta’uu Paartiin Badhaadhinaa beeksise. Gareen finxaaleeyyii fi saamtootaa ABUT…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti jirattoonni godinaaleen 4 raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa sangoota 705 fi Birrii… Obse Wakgari Nov 20, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti jiraattoonni godina Booraanaa, Gujii dhihaa, Harargee dhihaa fi godina adda Oromiyaa naannawa Finfinnee raayyaa ittisa biyyaaf…
Oduu biyya keessaa Tarkaanfii olaantumaa seeraa garee ABUT irratti gaggeeffama jiru ilaalchisee hojiin dippilomaasii… Wabi Fufa Nov 20, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Tarkaanfii olaantumaa seeraa garee ABUT irratti gaggeeffama jiru ilaalchisee biyyoota Afrikaa olla hubbachiisuuf hojii gaariin hojjetamuu Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Oomisha bara 2012 fi 2013 yeroon sassaabuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira-obbo Dhaabaa Dabalee Obse Wakgari Nov 20, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)-Oomisha bara 2012 fi 2013 yeroon sassaabuuf xiyyeeffannaatin hojjetamaa jiraachuu Hogganaan Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa obbo Dhaabaa Dabalee…
Oduu biyya keessaa Tajaajila kaargoo tiraakiingi teeknooloojiin deeggaruuf Dhaabbata Tireed Maark Isti waliin… Wabi Fufa Nov 20, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Komishiniin Gumuruukaa tajaajila kaargoo tiraakiingi teeknooloojiin deeggaruuf Dhaabbata Tireed Maark Isti waliin waliigaltee mallaatteesse.…
Oduu biyya keessaa Aadde Daagimaawit Mogas daandii baaburaa Awaash – Komboolchaa – Gabaa Haaraa ilaalchisuun… Wabi Fufa Nov 20, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Aadde Daagimaawit Mogas daandii baaburaa Awaash - Komboolchaa – Gabaa Haaraa ilaalchisuun hoggantoota ijaarsa daandichaa waliin mari’atan. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Koorporeeshiinin Misooma Indaastirii Paarkiwwanii Ityoophiyaa koorporeeshiini Faayinaansi… Sifen Megersa Nov 20, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC) – Koorporeeshiinin Misooma Indaastirii Paarkiwwanii Ityoophiyaa koorporeeshiini Faayinaansii Idil-addunyaa waliin dhimmoota waliin hojjachuu…
Balballoommii fi yaada Fuula inistaagiraamii Phaaphaasi Firaansisin erga suurri modeelii ‘like’ godhamee qorannoon eegale Wabi Fufa Nov 20, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC) - Fuula inistaagiraamii Phaaphaasii Katoolikii Firaansisiin suuraan moodeelii Biraaziil 'like' godhamuun booda waldaan Vaatikaan qorannoo gaggeessaa…
Idil Addunyaa Bulchiinsi Joorjiyaa lakkawwii sagalee irraa deebiin gaggeesseen Joo Baayidaan injifatan Obse Wakgari Nov 20, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Ameerikaatti bulchiinsi Joorjiyaa lakkawwii sagalee irraa deebiin gaggeesseen Joo Baayidaan injifachuun isaanii mirkanaa’eera. Preezdaant Doonaald…