Oduun ABUT Xiyyaara nama maleessa qabeenya raayyaa ittisa biyyaa hintaaneen haleellaan narratti…
Finfinnee, Sadaasa 11,2013 (FBC) – Oduun ABUT Xiyyaara nama maleessa qabeenya raayyaa ittisa biyyaa hintaaneen haleellaan narratti raawwate jechuun tamsaasu dhugaarraa kan fagaatedha jedhan…