Barattoota kutaa 8ffaa fi 12ffaatin ala kaan gara barnoota itti aanutti akka darban murtaa’e
Finfinnee, Adoolessa 3,2012(FBC)- Barattoota kutaa 8ffaa fi 12ffaatin ala barattoonni kaan gara barnoota itti aanutti akka darban murtaa’e.
Ministeerri Barnootaa FDRI barattoonni sadarkaa…