Oduu biyya keessaa Gamoon giddugala qorannoo xaafii biyyaalessaa eebbifame Sifen Megersa Oct 7, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Gamoon giddugala qorannoo Xaafii biyyoolessaa birrii miiliyoon 28 ijaarrame magaalaa Bishooftuutti eebbifame. Gamoon Ejansii…
Balballoommii fi yaada Ejansiin Galmeessaa Ragaalee Bu’uuraa fi Immigireeshinii Lammummaa hojii idileessaa eegalufi Wabi Fufa Oct 7, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Ejansiin Galmeessaa Ragaalee Bu'uuraa fi Immigireeshinii Lammummaa hojii idileessaa eegalufi. Ejansiin Galmeessaa Ragaalee Bu'uuraa fi Immigireeshinii…
Idil Addunyaa Feesbuukii fi Tiwuutariin waa’ee Covid-19 Tiraamp maxxansan haqan Wabi Fufa Oct 7, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Feesbuukii fi Tiwuutariin waa'ee Covid-19 Tiraamp maxxansan haqan. Preezdaantiin Yuunaayitiid Isteet Doonaald Tiraamp erga vaayrasii…
Idil Addunyaa Xumura bara Faranjootaa 2020tti talaalliin dhibee Covid -19 qophii ta’uu danda’a – Dooktar Teedroos Sifen Megersa Oct 7, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Talaalliin dhibee Covid -19 xumura bara Farnjootaa 2020tt qophii ta’uu akka danda’u daayreektarri olaanaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar Teedroos…
Biiznasii Maashinoonni qonnaa ammayyaa’oo 390 qonnaan bultootaf dabarfaman Obse Wakgari Oct 7, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Maashinoonni qonnaa ammayyaa'oo 390 qonnaan bultootaf dabarfaman. Guyyaa har’aa magaalaa Shaashamanneetti traaktaroonni 310, maashinoonni…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad Paarkii Indaastirii Baahir Daar ebbisan Obse Wakgari Oct 7, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Paarkii Indaastirii Baahir Daar ebbisan. Muummee ministiraa ebbicharratti ergaa dabarsaniin…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 566 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Wabi Fufa Oct 7, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aa 24tiin namoonni dabalataa 566 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsameera. Gabaasichaan qorannaan laabraatoorii 5,278 kan hojjetame…
Oduu biyya keessaa Mootummaan federaalaa mootummaa naannoo Tigraay waliin qunnamtii kamuu kan hin taasisne ta’uu… Obse Wakgari Oct 7, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC)- Mootummaan federaalaa mootummaa naannoo Tigraay waliin qunnamtii kamuu kan hin taasisne ta'uu Manni Maree Federeeshinii beeksise. Manni…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Nageenyaa hoggantota Baankii Addunyaa Finfinneetti argaman waliin mari’ate Obse Wakgari Oct 6, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)-Ministeerri Nageenyaa hoggantota Baankii Addunyaa magaalaa Finfinneetti argaman waliin mari’ateera. Marichaan qophiiwwan waliin qaban cimsuu fi tumsaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach maatii artiist Hacaaluuf manneen waliinii 40/60 ijarramaa jiran keessa kaartaa… Obse Wakgari Oct 6, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)-Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee maatii artiist Hacaaluu Hundeessaaf manneen waliinii 40/60 ijarramaa jiran keessaa kaartaa…