Bulchiinsi Magaalichaa akkaataa weerara lafaa fi ijaarsa seeraan alaa to’achuun…
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2013 (FBC)-Bulchiinsi magaalaa Finfinnee akkaataa weerara lafaa fi ijaarsa seeraan alaa to'achuun danda'amurratti qaamolee dhimmi ilaallatu waliin mar’achaa jira.…