Dooktar Fitsum Asaffaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan Itoo Taakaakoo waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC) – Komishinarri Komishinii Pilaanii fi misommaa Dooktar Fitsum Asaffaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan Itoo Taakaakoo waliin mari’ataniiru.…