Oduu biyya keessaa Miseensota ABO shaneerratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsame Sifen Megersa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Aanaalee godina Qellam Wallaggaatti Olaantummaa seeraa kabachiisuu fi duula hojii nageenya mirkaneessuuf gaggeeffamee miseensota ABO Shanee 5 irratti…
Oduu biyya keessaa Manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Ifaa Koomiishigaa Waajjira Giiftii dureen ijaarrame eebbifame Sifen Megersa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Guumuuz godina Asoosaa aanaa Asoosaa ganda Koomiishigaatti Waajjira Giiftii Dureen kan ijaarrame manni barumsaa sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Baatiwwan jahaan darbanitti Diyaaspooraan Doolaara biiliyoona 1.4 gara biyyaa erguu ibsame Sifen Megersa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Baatiwwan jahaan darbanitti Diyaaspooraan Doolaara biiliyoona 1.4 gara biyyaa erguu Ejansiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Boordichi gabatee yeroo taa’een paartileen siyaasaa mallattoo dargommii filannoo akka fudhatan… Sifen Megersa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Paartileen Siyaasaa filannoo marsaa 6ffaarratti dorgoman akkaataa gabatee yeroo taa’een mallattoo dargommii filannoo akka fudhatan Boordiin Filannoo…
Oduu biyya keessaa Baatiwwan jahaan darbanitti magaaloonnii fi gandoonni baadiyyaa haaraan 135 fayyadamoo tajaajila… Sifen Megersa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Baatiwwan jahaan darbanitti magaaloonnii fi gandoonni baadiyyaa haaraan 135 fayyadamtoota tajaajila elektirikii ta’uu Tajaajilli Humna Elektirikii…
Oduu biyya keessaa Projaktiin bishaanii kutaa lammaffaa Laga Daadhii bara dhufu baatii Onkololeessaa irraa eeggalee… Wabi Fufa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC ) - Projaktiin bishaanii kutaa lammaffaa Laga Daadhii bara dhufu baatii Onkololeessaa irraa eeggalee tamsaasa bishaan dhugaatii akka eegaluuf hojjetamaa…
Ispoortii Godina Jimmaa fi Shawaa Kaabaatti Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Jimmaa fi Shawaa Kaabaatti Shaampiyoonaan waldorgommii Ispoortii Aadaa gaggeeffamuu eegaleera. Shaampiyoonaan wal dorgommii Ispoortii Aadaa…
Oduu biyya keessaa Giiftii Duree Zinaash Taayyachaw waajjira giiftii dureen mana barumsaa naannoo Beenishaanguul… Wabi Fufa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC ) - Giiftii Duree Zinaash Taayyachaw waajjira giiftii dureen mana barumsaa naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti ijaarame eebbisiisuuf Asoosaa galan.…
Oduu biyya keessaa Guddina Ityoophiyaa sadarkaa barbaaddamuun ga’uuf ga’ee fi itti gaafatamummaan Proofeesaroota guutuu… Sifen Megersa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) - Guddina Ityoophiyaa sadarkaa barbaaddamuun ga’uuf ga’ee fi itti gaafatamummaan Proofeesaroota guutuu olaanaa ta’uu Ministir Deettaan Ministeera…
Idil Addunyaa Tattaaffii dhaabbanni fayyaa addunyaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasiisu Ameerikaan ni … Sifen Megersa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Itti aantuun Preezdaantii Ameerikaa Kaamaalaa Haariis daayreektara olaanaa dhaabbata Fayyaa addunyaa Dooktar Teediroos Adihaanoom waliin bilbilaan…