Joo Baayidan preezdaantii Ameerikaa 46ffaa ta’uun sirna kakuu raawwatan
Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC) – Joo Baayidan preezdaantii Ameerikaa 46ffaa ta'uun Waashiingitan US Kaappitoolitti baallii fudhatan.
Kaamaalaa Hariis seenaa Ameerikaatti dubartii itti…