Ityoophiyaanonni 295 Sawuud Arabiyaa magaalaa Jiddaa irraa gara biyya isaanitti deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 15, 2013 (FBC) – Ityoophiyaanonni 295 Sawuud Arabiyaa magaalaa Jiddaa irraa gara biyya isaanitti deebi’aniiru.
Lammiileen kunneen wayita buufata xiyyaaraa idil…