Oduu biyya keessaa Magaalaa Goondaritti Shugguxiin Turkii 599 to’atame Sifen Megersa Mar 22, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC) – Magaalaa Goondaritti Shugguxiin Turkii seeraan alaa 599 to’atamuu Poolisiin magaalichaa beeksiise. Eeruu Tika Nageenyaa fi…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 312 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Mar 22, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa 312 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Riyaadirraa gara biyyaa deebi’aniiru. Bakka bu’aan Daayreektara Jeneraalaa dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Boordichi sanada ABOn galchee qoratee murtoo akka laatu beeksise Obse Wakgari Mar 22, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyalessaa sanada Addi Bilisummaa Oromoo galchee qoratee murtoo kan laatuu ta’uu beeksiseera. Obbo Araarsoo Biqilaa xalayaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Reedwaan walga’ii Ministirootaa Mana Maree Nageenyaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaatan Sifen Megersa Mar 22, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC) – Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen walga’ii Ministirootaa Mana Maree Nageenyaa Gamtaa Afrikaa…
Ispoortii Kilabiin Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldalaa Ityoophiyaa Priimeyar Liigii injifate Sifen Megersa Mar 22, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC) - Kilabiin Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldalaa Ityoophiyaa Priimeyar Liigii Dubartootaa bara kanaa taphni tokko osoo hafuu injifachuu…
Oduu biyya keessaa Dr Abiy Ahimad boruu haala waqtaawaa biyyaarratti Mana Maree Bakka Bu’oota Uummaataaf ibsa ni laatu Obse Wakgari Mar 22, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummaata boruu walg’ii idilee 11 bara hojii 6ffaa ni gaggeessa. Walga’ichis galmaa waajjira Muummee…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Joon Maaguufuuliin malaamaltummaa ittisuurratti tattaaffii cimaa taasiisaniiru –… Sifen Megersa Mar 22, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC) – Preezdaantiin duraanii Taanzaaniyaa Joon Maaguufuuliin malaamaltummaa ittisuu fi aadaa hojii babal’isuuf tattaaffii cimaa taasiisuu isaanii…
Oduu biyya keessaa Naannoon Oromiyaa horsiisee bultoota naannoo Sumaaleef deeggarsa nyaata beeyladaa Birrii miiliyoona… Obse Wakgari Mar 22, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa horsiisee bultoota naannoo Sumaaleef deeggarsa nyaata beeyladaa Birrii miiliyoona 3.1 olitti tilmaamuu…
Fayyaa Ityoophiyaatti sababa dhibee TB’n guyyaatti lubbuun namoota 57 ni darba jedhame Obse Wakgari Mar 22, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC)- Ityoophiyaatti sababa dhibee TB’n guyyaatti lubbuun namoota 57 akka darbu Ministeerri Fayyaa beeksise. Ministeerichi sababa dhibee TB’n…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy dandeettii fi qophii Afrikaan Covid -19 ittisuuf agarsiifte dinqisiifatan Sifen Megersa Mar 22, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Afrikaan dhiibbaa weerara vaayrasii koroonaa dandamachuuf dandeettii fi qophii agarsiifte…