Balaan Ibiddaa Paarkii Asaboot Halaayidageetti qaqqabee ture to’atame
Finfinnee, Bitootessa 7, 2013 (FBC) - Balaan Ibiddaa Paarkii Asaboot Halaayidageetti qaqqabee ture guutumaan guutuutti to’atamuu ibsame.
Balichi Bitootessa 2, 2013 paarkicha…