Idil Addunyaa Tiwiiitarri Traamp hanga dhumaatti ugguramuu ibsame Sifen Megersa Jan 9, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Fuula Tiwiittarii Preezdaantii Ameerikaa Doonaald Tiraamp itti fufiinsan ugguruu dhaabbatichi beeksise. Tiraamp dabalataan gochaawwan…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan bakka bu’aa dhimma alaa fi imaammata nageenyaa olaanaa gamtaa Awurooppaa waliin… Sifen Megersa Jan 9, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma alaa obbo Dammaqaa Makonniin bakka bu’aa dhimma alaa fi imaammata nageenyee…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanoonni 270 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Jan 9, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Daa’immaan 5 dabalatee lammiileen Ityoophiyaa 270 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru. Bakka bu’aan daayreektara jeneraalaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee guyyaa har’aa dargaggootaa kuma 28 ol gara hojiitti ni bobbaasa… Sifen Megersa Jan 9, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee guyyaa har’aa dargaggootaa fi dubartoota kuma 28 ol gara hojiitti kan bobbaasu ta’uu ibsame. Dubratootaa…
Biiznasii Oomisha Boba’aarratti sirreeffamni gatii taasiifame Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) - Gurgurtaa qinxaaboo oomisha Boba'aarratti sirreeffamni gatii taasiifamuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksise. Akka EBCn gabaaseetti bu'aan…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 345vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 345 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 8 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Oduu biyya keessaa Boordichi gabatee yeroo Filannoo marsaa 6ffaa isa dhumaa ifoomse Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa gabatee yeroo filannoo marsaa 6ffaa isaa dhumaa ifoomseera. Boordicha Muddee 16, 2013 bakka hoggantoonni…
Oduu biyya keessaa Hawaasni dorgommii fiigicha guddichaa fi jala bultii ayyaana Cuphaa dabalatee ayyanichi milkiin akka… Obse Wakgari Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC)- Dorgommii fiigicha guddichaa fi jala bultii ayyaana Cuphaa dabalatee ayyaanichi milkiin akka xumuramuuf jiraattoonni magaalaa Finfinnee deeggarsasaa…
Oduu biyya keessaa Sibahaat Naggaa dabalatee hoggantoonni garee Juntaa olaanoo 5 to’annoo jala oolan Obse Wakgari Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC)- Sibahaat Naggaa dabalatee hoggantoonni garee Juntaa olaanoo 5 to’anna jala ooluu itti gaafatamaan qajeelcha humna raayyaa ittisaa Birgaadeer jeneraal…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministiroota waliigaltee doolaraa Ameerikaa liqa dhalarraa bilisaa miiliyoona 200… Obse Wakgari Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC)- Manni Maree Ministiroota walga’ii idilee 94ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garaagaraa irratti mari’ate murtoo dabarseera. Manni marichaa wixinee…