Namoota yeroo fi qabeenya isaanii hunda lammii isaanii garagaaruuf oolachaan jajjabeessuu qabna…
Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee giddugala guddisa daa’immanii Dooktar kabajaa Abbabachi Goobanaa daawwataniiru.…