Idil Addunyaa Preezdaantiin Niijer badhaasa Doolaara miiliyoona 5 moo’atan Sifen Megersa Mar 8, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Baatii dhufu aangoo gadi kan dhiisaan Preezdaantiin Niijer Mahaammaduu Yesuuf badhaasa hoggantootaa guddaa addunyaa bara 2020 moo’atan.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Rattaa Alamuu Ministira Ministeera Geejjibaa fi Nageenyaa Daandii Israa’eel waliin… Obse Wakgari Mar 8, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC)- Israa’eelitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Rattaa Alamuu Ministira Ministeera Geejjibaa fi Nageenyaa Daandii Israa’eel Miirii Reegeev waliin…
Oduu biyya keessaa Abbootii carraa manneen jireenyaa marsaa 2ffaan 40/60f furtuun laatamuu eegale Obse Wakgari Mar 8, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC)- Abbootii carraa manneen jireenyaa marsaa 2ffaan 40/60 raawwiin ijaarsa isaanii fooyya’aa ta’aanii furtuun laatamuu eegaleera. Sadarkaa Itti…
Oduu biyya keessaa Qabeenya Tuuriizimii Oromiyaan qabdu beeksiisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame Sifen Megersa Mar 8, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Qabeenya Tuuriizimii Oromiyaan qabdu beeksisuuf, mata duree 'koottaa Baalee daawwadhaa' jedhuun magaalaa Roobeetti Bitooteessa 5 ,2013 sagantaan…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach barattoota qoramaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhataa jiran jajjabeessan Sifen Megersa Mar 8, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee Mana Barumsa Bultii Addaa Shamarranii Iteegee Mananitti argamuun adeemsa qormaata…
Oduu biyya keessaa Dubartoonni sadarkaa fooyya’aarra ga’uuf daandiin barumsa caalu hin jiru – Preezdaanti Saahilawarq Sifen Megersa Mar 8, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Dubartoonni barnootaan ba’aa qabeessa ta’an iddoo olaanaa ga’uu akka danda’an amananii barachuu qabu jedhan Preezdaantiin FDRI Saahilawarqi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geetahuun Makuriyaa buufataalee qormaanni biyyoolessaa 12ffaan itti laatamaa jiru daawwatan Obse Wakgari Mar 8, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Barnootaa Dooktar Geetahuun Makuriyaa buufataalee qormanni biyyoolessaa kutaa 12ffaan itti laatamaa jiru…
Oduu biyya keessaa Proojektiin raabsaa fi daddabarsa humnaa Balas Jaawwii eebbifame Sifen Megersa Mar 8, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 87 kan ijaarrame Proojektiin raabsaa fi daddabarsa humnaa Balas Jaawwii eebbifameera. Proojektiin…
Idil Addunyaa Yeemanitti balaa Ibiddaa buufata baqattootarra qaqqaabeen lubbuun namoota 30 darbuu ibsame Sifen Megersa Mar 8, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Yeemanitti balaa Ibiddaa buufata baqattootarra qaqqaabeen lubbuun namoota 30 darbuu ibsameera. Balaa qaqqabeen lubbuun namoota 30 yoo darbu,…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa guyyaa dubartootaa idil addunyaa kabaje Obse Wakgari Mar 8, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC)- Ministeerri Raayyaa Ittisa biyyaa guyyaa dubartootaa idil addunyaa kabajeera. Ayyaanichi mata duree ‘gootoota keenyaa beekaa, dinqisifadhaa’…