Bulchiinsi magaalichaa faalama naannoo ittisuu fi too’achuuf dargaggoota 554 gara hojiitti galche
Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Komishiniin Eeggumsa Naannoo fi Misooma Magariisaa magaalaa Finfinnee faalama naannoo ittisuu fi too’achuuf dargaggoota 554 leenjisaa ture…