Worlid Viizyiin Ityoophiyaa proojaktoota adda addaa eebbisiise
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC)- Worlid Viizyiin Ityoophiyaa naannoo Amaaraa godina Walloo kaabaa aanaa Harbuutti proojaktoota bishaan dhugaatin adda addaa Birrii miiliyoona 35.5…