Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanoonni 56 Beeruutii deebi’an Sifen Megersa Nov 26, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Ityoophiyaanoonni 56 Beeruutii gara biyyaa deebi’an. Ityoophiyaanoota sanada eeyyama jireenyaa hin qabne marsaa 9ffaan Beeruutii gara biyyaa deebi’uuf…
Oduu biyya keessaa Naannoo Gambeellaatti shirri badii garee ABUT tiin raawwatamuuf karoorfamee ture fashalaa’e Sifen Megersa Nov 26, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Naannoo Gambeellaatti shirri garee badii ABUTtiin raawwatamuuf karoorfamee ture tattaaffii ummataa fi qaamolee nageenyaan fashalaa’uu Preezdaantiin…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa tajaajiloota dhorkama dhimmoota lafaa fi lafaan walqabatan irra kaa’ee ture… Sifen Megersa Nov 26, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee tajaajiloota dhorkama dhimmoota lafaa fi lafaan walqabatan irra kaa’ee ture Sadaasa 11, 2013 eegalee kaasuu…
Oduu biyya keessaa Tajaajila ummataaf kennamu fooyyeessuf hojjetamaa jira jedhame Obse Wakgari Nov 26, 2020 0 Finfinne, Sadaasa 17, 2013 (FBC)- Tajaajila ummataaf kennamu fooyyeessuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Paabilik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Humna Namaa Oromiyaa beeksise. Rakkoowwan…
Idil Addunyaa Giddugalli tumsa Afrikaa – Chaayinaa Beejingitti baname Sifen Megersa Nov 26, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Giddugalli tumsa eeggumsa naannoo Afrikaa - Chaayinaa Beejingitti banamuu ibsame. Giddugalli tumsa fi hojirra oolmaa misooma…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigiraayitti bakkeewwan Raayyaa ittisaa Biyyaatiin to’atamanitti deeggarsi namoomaa… Wabi Fufa Nov 26, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Naannoo Tigiraayitti bakkeewwan Raayyaa ittisaa Biyyaatiin to’atamanitti deeggarsi namoomaa dhiyaachaa jiraachuu Waajjirii Muummee Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Preezdaanti Faransaay Imaanu’eel Maakiroon waliin mari’atan Wabi Fufa Nov 26, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) –Obbo Dammaqaa Mokonnin Preezdaanti Faransaay Imaanu’eel Maakiroon waliin mari’atan. Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa baatii Waxabajjii anniisaa maddisiisuu marsaa jalqabaa ni eegala – Dooktar Injiinar… Wabi Fufa Nov 26, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Hidhi Haaromsaa Guudichi ityoophiyaa baatii Waxabajjii anniisaa maddisiisuu marsaa jalqabaa akka eegalu Ministirri Bishaan, Jallisii fi Inaarjii Dooktar…
Oduu biyya keessaa Ijaarsaawwan dubartootaa magaalichaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birri miiliyoona dhibba 1 fi… Sifen Megersa Nov 26, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Ijaarsaawwan dubartootaa magaalaa Finfinneetti Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 90 fi kuma dhibba 8…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adoolaatti maallaqni sobaa Birrii kuma 72 fi 400 to’atamuu poolisiin beeksise Wabi Fufa Nov 26, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) –Naannoo Oromiyaa Godina Gujii magaalaa Adoolaatti maallaqni sobaa Birrii kuma 72 fi 400 to’atamuu poolisiin beeksiseera. Maallaqni sobaa kun kan…