Biiznasii Biirichi galii Birrii biiliyoona 22 ol walitti qabe Obse Wakgari Jan 31, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)- Biiroon Galiiwwan magaalaa Finfinnee galii Birrii biilyoona 22 fi miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 47 walitti qabuu beeksise. Biirichi raawwii…
Oduu biyya keessaa Mootummaan dhiibbaa koorniyaa kamiinuu hin obsu- aadde Filsaan Abdullaahii Obse Wakgari Jan 31, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)-Mootummaan dhiibbaa koorniyaa kamiinuu akka hin obsinee Ministirri Ministeera Dubartootaa, Daa’immanii fi Dargaggootaa aadde Filsaan Abdulaahiin…
Oduu biyya keessaa Rakkoon nageenyaa Matakkalitti mudatee ture Hidha Haaromsaa Guddichaaf sodaa hin ta’u jedhame Obse Wakgari Jan 31, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)- Rakkoon nageenyaa Matakkalitti mudatee ture ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddichaaf sodaa akka hin taanee koreen qinda’aa godinicha beeksise. Ijaarsa…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Hidha Haaromsaa Guddichi Ityoophiyaa yeroo karoorfamee fi haala barbaadamuun hojjetamaa jira… Obse Wakgari Jan 31, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)-Ijaarsi Hidha Haaromsaa Guddichi Ityoophiyaa yeroo karoorfamee fi karaa barbaadamuun hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi…
Oduu biyya keessaa Kuduraalee fi muduraleen bara darbee dhaabaman waggaa dhufuu gabaa addunyaaf ni qaqqabu – Dooktar… Obse Wakgari Jan 31, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)- Kuduraalee fi muduraaleen bara darbee dhaabaman waggaa dhufuutti gabaa addunyaaf akka qaqqabaan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Oduu biyya keessaa Torbee tokko keessaatti meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 64 olitti tilmaamamu to’atame Obse Wakgari Jan 31, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)-Torbee tokko keessatti meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 64 olitti tilmamamu to’annaa jala ooluu Ministeerri Galiiwwanii beeksise. Baatii…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebee giddugala gurgurtaa uffata aadaa Shiroomeedaa eebbisisan Obse Wakgari Jan 31, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)- Itti Aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee giddugala gurgurtaa uffata aadaa Shiroomeedaa eebbisisuun hojii eegalchiisan.…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsitiiwwan barattoota isaanii eebbisiisan Obse Wakgari Jan 31, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)- Yuunvarsitiiwwan adda addaa barattootasaanii eebisiisaniiru. Yuunvarsiitiin Arsii barattoota muummee garagaraatiin digrii jalqabaa fi…
Ispoortii Waldorgommiin atileetiksii qaxxamuura idil addunyaa fi biyyaa 38ffaan Jaanmeedaa Sulultaatti… Obse Wakgari Jan 31, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)- Waldorgommiin Atileetiksii qaxxamuura idil addunyaa fi biyyaa 38ffaan Jaanmeedaa Godina Addaa Naannawa Finfinnee magaalaa Sulultaatti gaggeffameera.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 656 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Jan 30, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 656 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 4 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti…