Ispoortii Gaardiyoolaan waggoottan dabalata lamaf Siitii waliin tureef waliigale Sifen Megersa Nov 19, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Leenjisaan Maanchisteer Siitii Peep Gaardiyoolaan waggoottan dabalataa 2f garicha waliin tureef waliigaltee mallatteesse. Peep…
Teeknooloojii Ejansiin Nageenya Infoormeeshinii hojmaata eeruu malaamaltummaa fi qabeenyaa ifoomse Sifen Megersa Nov 19, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Ejansiin Nageenya Infoormeeshinii tajaajila hojmaata eeruu malaamaltummaa fi qabeenyaa fooyyeessuu ifoomse. …
Biiznasii Jijjiirraan noottii Muddee 6 xumurama-Baankii Biyyooleessa Obse Wakgari Nov 19, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC)- Jijjiirraan Birrii moofaa Muddee 6, 2013 akka xumuramu Baankiin Biyyooleessaa beeksise. Baatii Fulbaana 6, 2013 irraa eegalee Birrii moofaan gara…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti jiraattoonni godinaalee 4 raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa sangoota 530 fi… Obse Wakgari Nov 19, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaa jiraattoonni godinaalee Harargee Bahaa, Baalee, Jimmaa fi Gujii raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa sangoota 530 fi Birrii miiliyoona 13.3 ol…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Burraayyuutti kaffaltoota gibiraaf beekkamtiin marsaa 2ffaa laatame Sifen Megersa Nov 19, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) –Abbaan Taayitaa bulchiinsa magaalaa Burraayyuu kaffaltoota gibiraaf sirna beekamtii kennuu fi badhaasa marsaa 2ffaaf gaggeesseera. Kaayyoon…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti gamoowwan abbaan hin beekkamne 100 ga’uu ibsame Sifen Megersa Nov 19, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee haala yeroorratti dargaggoota kutaa bulchiinsa magaalichaa hundarra walitti babba’an waliin guyyaa ha’aa marii…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni sadeen marii gaggeessaa jiru Sifen Megersa Nov 19, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha haaromsaarratti marii gaggeessaa jiru. Marii kanarratti itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri…
Oduu biyya keessaa Sirni walharkaa fuudhiinsa deeggarsa raayyaa ittisa biyyaa raawwatame Sifen Megersa Nov 19, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti Sirni walharkaa fuudhiinsa deeggarsa raayyaa ittisa biyyaa raawwatame. Godichaatti sangoonni 500 Ol Raayyaa Ittisa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi yeroo naannoo Tigraay paartilee siyaasaa naannicha keessa socho’an waliin mari’ate Sifen Megersa Nov 19, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) - Bulchiinsi yeroo naannoo Tigraay guyyaa har’aa paartilee siyaasaa naannicha keessa socho’an waliin marii taasiiseera. …
Oduu biyya keessaa Waltajjiin dargaggootaa haala waqtaawaa biyyarratti xiyyeeffate magaalaa Finfinneetti ta’amaa jira Obse Wakgari Nov 19, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfineetti waltajjiin haala waqtaawaa biyyarratti xiyyeeffate dargaggoota kutaa magaalaa adda addarraa walitti babba’aan hirmaachisee…