Oduu biyya keessaa Aartiin bu’uura qaroominaati – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jun 16, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017 (FMC) – Guddinnii fi Qaroominni aartiin ala hin yaadamu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakka…
Oduu biyya keessaa Pirojeektonni magaalota Baahir Daar fi Gondaritti ijaaraman dhaloonni ittigaafatama isaa… Yonatan Birhanu Jun 16, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017 (FMC) - Hojiilee misoomaa Goondarii fi Baahir Daarittii hojjetamaa jiran dhaloonni ammaa itti gaafatama isaa ba’achaa jiraachuu agarsiisa jedhan Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee ajandaawwan lama irratti murtii dabarse Yonatan Birhanu Jun 16, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017 (FMC) Kaabineen bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii 12ffaa waggaa 4ffaa ta'een ajandaawwan murteessoo lama irratti mari’atee murtoon dabarseera. Haaluma…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa gara Hayidiraabaaditti balaallii eegale Tsehay Guluma Jun 16, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017(FMC )- Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Hinditti bakka gahuumsa isaa 5ffaa kan ta’e Hayidiraabaaditti balaallii eegaleera. Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Garee…
Oduu biyya keessaa Hojiileen misoomaa magaalaa Baahir Daar daawwataman Tsehay Guluma Jun 16, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017 (FMC )- Hoggantoonni olaanoo Mootummaa federaalaa hojiilee misoomaa magaalaa Baahir Daar daawwataniiru. Pireezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaasee,…
Oduu biyya keessaa Qormaata hannarraa bilisa gochuun dhaloota dorgomaa ta’e horachuuf murteessadha – Piroofesar… Sifen Megersa Jun 16, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017 (FMC) – Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa hannarraa bilisa gochuun dhaloota bu’aa qabeessaa fi dorgomaa ta’e horachuuf murteessaadha jedhan Ministirri…
Oduu biyya keessaa Guyyaan daa’imman Afriikaa, sadarkaa Naannoo Oromiyaatti kabajame Sifen Megersa Jun 16, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017 (FMC) – Guyyaan daa'imman Afriikaa, sadarkaa Naannoo Oromiyaatti sagantaalee garaagaraan kabajame. Guyyichi mata duree "Dhaloota egeree horachuuf misooma…
Oduu biyya keessaa Maree biyyaalessaa keessatti gaheen hayyootaa cimee akka itti fufu gaafatame Tsehay Guluma Jun 16, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017(FMC )- Adeemsa maree biyyaalessaa Itiyoophiyaa keessatti gaheen hayyootaa cimee akka itti fufu Komishiniin Maree Biyyaalessaa waamicha dhiyeesse. Mariin…
Ispoortii Tapha Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaaf qophiin xumurame Sifen Megersa Jun 15, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2017 (FMC) – Tapha Guutuu Itiyoophiyaa marsaa 6ffaa magaalaa Jimmaatti gaggeeffamuuf qophiin barbaachisu xumurame jedhe Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa.…
Oduu biyya keessaa Ogaartiin eenyummaa fi guddina biyyaaf ijoodha – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jun 15, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakka buutoota hawaasa ogaartii guutuu Itiyoophiyaarraa walitti babba'an waliin mari'atan. Qabeenya aadaa…