Waliigalteen ijaarsa daandii birrii biiliyoona 19.19 mallatteeffame
Finfinnee, Adoolessa 15, 2012 (FBC) – Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Ityoophiyaa daandiiwwan 12 baasii birrii biiliyoona 19.19niin hojjechuuf dhaabbilee ijaarsa raawwatan waliin waliigaltee…