Ogeeyyiin Manneen Maree dirqama ogummaa fi lammummaa isaanii bahachuu akka qaban ibsame
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) - Waltajjii leenjii Ogeessota Manneen Maree Anaalee fi Magaalotaaf magaalaa Adaamaatti kennamaa jira.
Afyaa'ii Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo…