Fooramniin Xaanaa dhimma Afrikaarratti furmaata Afrikaa fiduuf shoora olaanaa qaba – Preezdaant…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC) - Fooramniin Xaanaa rakkoo nageenyaa fi tasgabbii Afrikaa keessa jiruuf furmaata Afrikaa kaa’uuf shoora olaanaa qabaachuu Preezdaantiin FDRI…