Namni dhuunfa sanadootaa fi paaspoortii sobaa qopheessa ture to’anno jala oole
Finfinnee, Fulbaana 14, 2013 (FBC)- Kutaa magaalaa Addiisiitti namni dhunfaa mana isaa keessa paaspoortii dabalatee sanadoota sobaa qopheessa ture to’annoo jala oolera.
Namni kun eeruu…