Oduu biyya keessaa Artiist Almaaz Hayleen(Maamii) boqatte Sifen Megersa Sep 25, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Artiist Almaaz Hayleen(Maamii) boqatte. Artiist Almaaz fiilmotaa fi tiyaatiroota hedduurratti taatummaan taphatteetti. Guyyootii 15f…
Biiznasii Ityoophiyaa fi Baankiin Addunyaa misooma diinagdeerratti mari’atan Obse Wakgari Sep 25, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Baankiin Addunyaa misooma diinagdeerratti mari’atan. Ministirri Ministeera Daldalaa fi Indaastirii obbo Malaakuu Allabal jila Baankii…
Waajabila Faanaa Hantuunni Afriikaa guddaan bakka boombiin awwaalame adda baasuun dandeettii olaanaa qabuuf badhaasa… Wabi Fufa Sep 25, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 15,2013 (FBC)- Hantuunni Afriikaa guddaan bakka boombiin awwaalame adda baasuun dandeettii olaanaa qabuuf badhaasa guddaa injifate. Maagaawaan boombiiwwan 39 fi…
Ispoortii Baayer Muunik Waancaa Suuppar Kaappii Awrooppaa moo’ate Sifen Megersa Sep 25, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) - Baayer Muunik Seeviyaa 2 fi 1 injiafchuun abbaa Waancaa Suuppar Kaappii Awrooppaa 2020 ta’eera. Shaampiyoonaan Shaampiyoons Liigii Awrooppaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 604 vaayrasii koroonaan qabaman Sifen Megersa Sep 25, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo guyyaa kaleessattiin namoonni dabalataa 604 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsameera. Gabaasichaan qorannaan laabraatoorii 8,348…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebe qaamoolee ijaarsaa addabaabaayii masqaalaarratti hirmaatan galateefatan Obse Wakgari Sep 24, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2013 (FBC)-Itti aantuun kantiibaa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee proojaktiin addabaabaayii masqalaa saffisaa fi qulqullinaan akka hojjetamuuf qaamoolee…
Oduu biyya keessaa Heera mootummaa cabsuun humni fedhiikoon guuta jedhu kamuu irratti tarkanfii fudhachuuf ni dirqamna-… Obse Wakgari Sep 24, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2013 (FBC)- Itti aanaan eetaamaajoor Jeneraal Birhaanu Juulaa, jijjiiramu Nootaa Birrii Ityoophiyaan walqabatee dadabarsa maallaqa seeraan alaa to’achuuf ciminaan…
Oduu biyya keessaa Namoonni dhuunfa 2 maallaqa sobaa kuma dhibba 1 fi kuma 80 baankiitti geessun jijjiiruuf yaalan… Obse Wakgari Sep 24, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2013 (FBC)- Namoonni dhuunfa 2 maallaqa sobaa kuma dhibba 1 fi kuma 80 baankiitti geessun jijjiiruuf yaalan har’a to’annaa jala oolaniiru Namoonni lameen kun…
Oduu biyya keessaa Manni murtii olaanaa godina Shawaa Bahaa mirga wabii Birrii kuma 100 obbo Lidatuu Ayyaaleew eyyamee… Obse Wakgari Sep 24, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2013 (FBC)- Manni Murtii Olaanaa godina Shawaa Bahaa mirga wabii Birrii kuma 100 obbo Lidatuu Ayyaaleew eyyamee dhorkameera. Wabicha kan dhorke dhaddachaa…
Oduu biyya keessaa Naannoon Kibbaa Affaaritti lammiilee balaa lolaatiin miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 5tti… Wabi Fufa Sep 24, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 14,2013 (FBC)- Naannoon Kibbaa Affaaritti lammiilee balaa lolaatiin miidhamaniif deeggarsa meeshaalee fi maallaqaa Birrii miiliyoona 5tti tilmaamamu taasise.…