Paartileen siyaasaa dhimma faayidaa biyyaalessaarratti waloon dhaabbachuu qabu- Aadde Adaanech…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2017(FMC) – Paartileen siyaasaa dorgomtootaa faayidaan biyyaalessaa Itiyoophiyaa akka kabajamuuf waloon dhaabbachuu qabu jedhan.
Aadde Adaanech Abeebeen mata duree…