Idil Addunyaa Mootiin Weels Chaarles vaayrasii koroonaan qabaman Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Ilmi mootittii Biriitaaniyaa Mootiin Weels Chaarles qorannoo taasifameen vaayrasii koroonaan qabamuu mirkanaa’e. Chaarles vaayrasichaan qabamuu…
Oduu biyya keessaa Naannon Kibbaa sirreeffamtoonni 3642 dhiifamaan akka gadhiifaman murteesse Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Bulchiinsi Mana Maree Naannoo Kibbaa walga'ii ariifachiisaa har'a gaggeessen sirreeffamtoonni 3642 dhiifamaan akka gadhiifaman murteesse.…
Oduu biyya keessaa Injiinar Taakkalaan abootii qabeenyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Itti aanaa Kaantibaan magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan abbootii qabeenyaa magaalichaa waliin mari’atan. Injiinar Taakkalaan…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaatti konkolaachiftoota seera darbanii fe’an 438 irratti tarkaafiin fudhatame Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti tatamsa’ina vaayarsii koroonaa ittisuuf hojii eegalameen damee geejjibaan Konkolaachiftoota seera darbanii fe’an 438 irratti…
Idil Addunyaa Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Sudaan boqatan Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Sudaan boqatan. Ministirri raayyaa ittisaa Sudaan Leetanaal Jeneraal Jamaal Omaar dhibee onneetin…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiiwwan barattoota isaanii gara magaalota jajjabootti akka gaggeessan kallattiin… Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Yuunvarsiitiiwwan barattoota isaanii gara magaalota jajjabootti akka gaggeessan kallattiin kaa'ame. Barattoonni yuunvarsiitii yeroo murtaa'aaf gara…
Oduu biyya keessaa Qophii yeroo tasaa vaayrasii koroonaaf koreen biyyoolessaa maallaqaa fi dhiyeessiiwwan biroo walitti… Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad qophii yeroo tasaa vaayrasii koroonaaf koreen biyyoolessaa maallaqaa fi dhiyeessiiwwan biroo walitti qabu…
Oduu biyya keessaa Mootummaan vaayrasii koroonaa ittisuuf abbootii qabeenyaa Hooteelaa fi Turiizimii waliin hojjechaa… Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Mootummaan vaayrasii koroonaa ittisuuf abbootii qabeenyaa Hooteelaa fi Turiizimiirratti bobba’an waliin hojjechaa jiraachuu ibsame. …
Oduu biyya keessaa Vaayrasii koroonaa ittisuuf sirreeffamtoonni 4011 dhiifamaanni godhame Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Vaayrasii koroonaa ittisuuf sirreeffamtoonni 4011 dhiifamaan kan gadhiifaman ta'uu Abbaan Alangee Waliigalaa Federaalaa beeksise. Haati Alangee…
Oduu biyya keessaa Balaa Ibiddaan lubbuun namoota 3 darbe Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Godina Harargee Bahaa aanaa Meettaa magaalaa Calanqootti balaa ibiddaa qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbuu himame. Balichi kan ka’e mana…