Biyyoota Afrikaa hanqinni meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaa yeroo dhiyootti muudachuu danda’a
Finfinnee, Adoolessa 22, 2012 (FBC) – Biyyoota Afrikaa hanqinni meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaa yeroo dhiyootti muudachuu akka danda’u giddugallii ittisaa fi too'annoo dhibee Afrikaa…