Daandichi, daandiiwwan qilleensaa gurguddoo Afrikaa 10 keessaa adda duree ta’e
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa, daandiiwwan qilleensaa gurguddoo Afrikaa 10 keessaa adda duree ta’e.
Akka gabaasa Afrikaa Loojeestiiksii…