Idil Addunyaa Sudaan namni tokko vaayrasii koroonaan du’uu beeksifte Wabi Fufa Mar 13, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2012 (FBC) – Sudaan guyyaa kaleessaa namni tokko vaayrasii koroonaan du’uu beeksifteerti. Namni du’e kun torbee jalqabaa baatii Gurraandhalaa Emmireetota Arabaa…
Waajabila Faanaa Ruuwaandaatti tatamsa’ina koroonaa vaayrasii ittisuuf iddoo dhiqannaa harka sosocho’aa fayyadamuun… Obse Wakgari Mar 13, 2020 0 Finfinnee, Bitooteessa 4, 2012 (FBC) – Ruuwaandaatti tatamsa’ina koroonaa vaayrasii ittisuuf iddoo dhiqannaa harka sosocho’aa fayyadamuun eegalame Ruuwaandaan biyyoota Afrikaa Sahaaraa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti bara kana lafti hektaarri kumni 3 fi 300 qamadii jallisii boneetin misoomaa jira Sifen Megersa Mar 13, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2012 (FBC) – Lafti heektaarri 200 godina Shawaa Kibba Lixaa, aanaa Sadan Sooddootti jallisii boneetin misoomaa jira. Naannoo Oromiyaatti bara kana lafti hektaarri…
Teeknooloojii Dhaabbanni Qindeessa Anniisaa Awrooppaa saaybariin miidhame Wabi Fufa Mar 13, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2012 (FBC) - Dhaabbanni Qindeessa Anniisaa Awrooppaa saaybariin miidhame. Opireetariin sirna daddabarsa neetwoorkii elektiriikii Awrooppaa (European Network of…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq, Yuweerii Kaaguutaa Muuseveenii waliin mari’atan Obse Wakgari Mar 13, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2012(FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen preezdaantii Yuugaandaa Yuweerii Kaaguutaa Muuseveenii waliin mari'atan. Preezdaant Saahilawarq…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namni vaayrasii koroonaatin qabame tokko argame Obse Wakgari Mar 13, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2012(FBC) – Ityoophiyaatti namni vaayrasii koroonaatin qabame tokko argame. Qorannaa Ityoophiyaatti taasifameen lammiin Jaappaan tokko vaayrasii…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Ityoophiyaanota Naayroobii jiraatan waliin mari’atan Obse Wakgari Mar 13, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2012(FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Naayroobiitti Ityoophiyaanota waliin mari'atan. Preezdaant Saahilawarq daawwii isaanii Keeniyaatin…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Nageenya Dubartootaa Oromiyaa hundaa’e Wabi Fufa Mar 13, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2012(FBC) – Federeeshiniin Dubartoota Naannoo Oromiyaa walga'ii guyyaa lamaaf gaggeessaa ture goolabe. Federeeshinichi Mana Maree Nageenyaa Dubartoota Naannoo…
Fayyaa Kibbatti duulli talaallii pooliyoo marsaa 2ffaan eegale Obse Wakgari Mar 13, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2012 (FBC)- Naannoo Kibbaatti duulli talaallii pooliyoo marsaa 2ffaan eegaluu Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa naannichaa beeksiseera. Daayreektarri…
Fayyaa Keeniyaatti vaayrasiin koroonaa muul’achuun dhaga’ame Sifen Megersa Mar 13, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2012 (FBC) - Mootummaan Keeniyaa dhukkubni koroonaa vaayirasii jalqabaa biyyattiitti argamuu beeksise. Ministirri Fayyaa biyyattii Mutaah Kaagiwee ibsa…