Teeknooloojii Tajaajjilli kaffaltii geejjibaa Intarneetiin eegalame Sifen Megersa Jun 19, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Tajaajjilli kaffaltii geejjibaa intarneetii bu’ureeffate eegalamuu Ministeerri Geejjibaa beeksise. Buufataalee Konkolaataatti waayita…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi namoota Covid -19 qabamanii 2988 ga’e Sifen Megersa Jun 19, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) –Gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoonni 101 vaayrasii koroonaatin qabamuu Biiroon Fayyaa magaalaa Finfinnee beeksise. Sa’aa 24…
Oduu biyya keessaa Giddugalli qorannoo Covid -19 magaalaa Bahaar Daar hojii eegale Sifen Megersa Jun 19, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Yuunvarsiitii Bahaar Daar Hospitaal Ispeeshaalaayizdii Xibaba Gihoonitti giddugalli qorannoo laabraatoorii vaayrasii koroonaa hojii eegale.…
Oduu biyya keessaa Leetanaal Jeneraal Mahammad Haamdaan hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee daawwatan Sifen Megersa Jun 19, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Itti aanaan Preeezdaantii Sudaan, Leetanaal Jeneraal Mahaammad Haamdaan Daagloon hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee daawwachuu ibsame. …
Fayyaa Oromiyaatti lakkoofsi namoota Covid -19 qabamanii 221 ga’e Sifen Megersa Jun 19, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Oromiyaatti gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoonni 6 vaayrasii koroonaatin qabamuu Biiroon Eeggumsa Fayyaa Oromiyaa beeksise. …
Oduu biyya keessaa Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf labsii yeroo ariifachiisaa ba’erratti fooyyessii taasifame Obse Wakgari Jun 19, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf labsii yeroo ariifachiisaa ba'erratti fooyyessii taasifame. Fooyyessichi kan taasifame qajeelfamoota…
Oduu biyya keessaa Gabaasa sa’aa 24 darbetiin vaayrasichaan lubbuun namoota 7 darbe Sifen Megersa Jun 19, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoonni 116 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise. Gabaasa sa'aa 24 kanaan…
Oduu biyya keessaa Rakkoo Paartii Badhaadhinaa fi ABUT furuuf hojjetamaa jira- jaarsolii Obse Wakgari Jun 19, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Rakkoo Paartii Badhaadhinaa fi Adda Bilisummaa Ummata Tigraay jidduu jiru hiikuuf hojjechaa jiraachuu jaarsoliin biyyaa Ityoophiyaa beeksisan.…
Idil Addunyaa Baha Afrikaatti weerarri hoomaa awwannisaa marsaa 3ffaaf muudate Sifen Megersa Jun 19, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Baha Afrikaatti weerarri hoomaa Awwaannisaa marsaa 3ffaan muudachuu himame. Weerarri hoomaa awwaannisaa kun weerara vaayrasii koroonaatti…
Vaayrasiikoroonaa Gibtsitti lakkoofsi namoota Covid -19 qabamanii kuma 50 caale Sifen Megersa Jun 19, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Gibtsitti lakkoofsi namoota dhibee Covid -19 qabamanii kuma 50 caaluu Ministeerri Fayyaa biyyattii beeksiseera. Biyyattiitti guyyaa…