Balballoommii fi yaada Tajaajilli lammummaa dubartoota qofaan laatamu eegalchiifame Obse Wakgari Jun 19, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Tajaajilli lammummaa dubartoota qofaan laatamu eegalchiifame. Tajaajilicha magaalaa Bishooftuutti kan eegalchiisan haadha alangee waliigalaa…
Oduu biyya keessaa Waldaan Misooma Oromiyaa deeggarsa gumaache Obse Wakgari Jun 19, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Waldaan Misooma Oromiyaa deeggarsa addaddaa gumaache. Waldichi aanaa Sabbataa Hawaasitti namoota harka qalleeyyii ta'aniif deeggarsa…
Biiznasii Kooriyaan Kibbaa Ityoophiyaatti misooma waaraa bunaa hundeessufi Obse Wakgari Jun 19, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Kooriyaan Kibbaa Ityoophiyaatti misooma waaraa bunaa hundeessufi. Dhaabbanni misooma bosonaa Kooriyaa Kibbaa SK jedhamu, Dhaabbata…
Fayyaa Ityoophiyaatti daawaan Deeksaameetaasan hojiirra akka oolu murtaa’e Sifen Megersa Jun 19, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Ministeerri Fayya FDRI daawwa dhibee Covid -19 Deeksaameetaasani gabaasa qorannoo Ingiliziitti gaggeeffame gadi fageenyaa ilaaluun tajaajilaaf akka…
Oduu biyya keessaa Qonnaan bultootaaf deeggarsi Xaa’oo fi sanyii filatamaa taasifame Sifen Megersa Jun 19, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Qonnaan bultoota naannoo kutaa bulchiinsa magaalaa Nifaas Silk Laaftoof deeggarsi Xaa’oo fi sanyii filatamaa taasifame. Qonnaan…
Idil Addunyaa Sagantaan Preezdaant Traamp godaantoonni ijoolummaan Ameerikaa galanii sanada seeraa malee jiraatan… Sifen Megersa Jun 19, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) –Manni Murtii Waliigalaa Ameerikaa sagantaa Preezdaant Traamp godaantoonni ijoolummaan Ameerikaa galanii sanada seeraa malee jiraatan uwwisa laatu…
Ispoortii Taphni galgala kana Tootanahamii fi Maanchisteer Yuunaaytiid gidduutti taphatamu xiyyeeffannoo… Sifen Megersa Jun 19, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Priimiyar Liigii Ingilaandiin taphni galgala kana Tootanahamii fi Maanchisteer Yuunaaytiid gidduutti taphatamu xiyyeeffannoo olaanaa argateera.…
Balballoommii fi yaada Daldalaa fi invastimantii mijataa fi dorgomaa gochuuf riifoormiin gaggeeffamuun ibsame Obse Wakgari Jun 19, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan daldalaa fi invastimantii mijataa, hawwataa fi dorgomaa gochuuf riifoormii gaggeessuun ishee ibsame. Muummee ministiraa…
Oduu biyya keessaa Milkiin Ityoophiyaa, furtuu milkii Afrikaati -preezdaantii Baankii Addunyaa Obse Wakgari Jun 19, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Milkiin Ityoophiyaa, furtuu milkii Afrikaati jedhan preezdaantiin Baankii Addunyaa Deeviid Maalpaas. Preezdaantichi baankichi deeggarsaa…
Oduu biyya keessaa Gibts Hidha Haaromsaarratti mormiin qabdu kan siyaasaa malee, saayinsaawaa miti – hayyuu… Obse Wakgari Jun 19, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Gibts Hidha Haaromsaarratti mormiin qabdu kan siyaasaa malee, saayinsaawaa miti jedhan hayyuun biyyattii Firuuz Albaaz. Gibts hidhicha…