Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa naannoo Somaalee muudama laate Obse Wakgari Jun 18, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa naannoo Somaalee muudama laate. Obbo Ibraahiim Usmaan, obbo Adan Faaraah bakka bu'uudhan itti aanaa preezdaantii…
Balballoommii fi yaada Meeshaaleen koontiroobaandii tilmaama Birrii miiliyoona 16 olii qaban to’ataman Obse Wakgari Jun 18, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Meeshaaleen koontiroobaandii tilmaama Birrii miiliyoona 16 olii qaban to'ataman. Ministeerri Galiiwwanii akka beeksisetti meeshaaleen…
Waajabila Faanaa Xaaliyaanitti haati warraa fi abbaan warraa harka walqabatanii osoo jiranii lubbuun isaanii darbe Obse Wakgari Jun 18, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2012 (FBC) - Xaaliyaanitti haati warraa fi abbaan warraa waggoottan 71 gaa’elaan waliin jiraatan harka walqabatanii osoo jiranii lubbuun isaanii darbe. Haati…
Oduu biyya keessaa Jimmaatti proojaktoonni Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 97 ebbifaman Obse Wakgari Jun 18, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti proojaktoonni misoomaa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 97 ijaarraman ebbifaman. Proojaktoonni har'a itti…
Oduu biyya keessaa Sudaan, Hidha Haaromsaarratti ejjennoon kiyya fayyadamtummaa haqa qabeessa jette Obse Wakgari Jun 18, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Sudaan, Hidha Haaromsaarratti ejjennoon kiyya itti fayyadama bishaanii haqa qabeessarratti kan hundaa'edha jette. Ministirri Ministeera…
Idil Addunyaa Chaayinaan liqaa dhalarraa bilisaa biyyoota Afrikaaf laatte haqxe Obse Wakgari Jun 18, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2012 (FBC) - Chaayinaan liqaa dhalarraa bilisaa biyyoota Afrikaaf laatte keessaa walakkaa bara Faranjootaa 2020tti deebi'uuf ture haquu ishee Preezdaant Shii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonni ibsa Manni Maree Nageenyaa Hwaayit Haawus Hidha Haaromsaa ilaalchisuun baase… Obse Wakgari Jun 18, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanonni ibsa Manni Maree Nageenyaa Hwaayit Haawus Hidha Haaromsaa ilaalchisuun baase balaaleffatan. Manni marichaa ibsa kaleessa…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiyyii fi itti aanaan walitti qabaa Mana Maree Sudaan Paarkii Indaastirii Adaamaa daawwatan Obse Wakgari Jun 18, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi itti aanaan walitti qabaa Mana Maree Sudaan Leetanaal Janaraal Mahaammad Hamdaan Daagloo waliin…
Biiznasii Bara baajataa 2012 baatii 11tti oomisha foonii fi aannan alatti ergamerraa Doolaarri miiliyoonni… Obse Wakgari Jun 18, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Bara baajataa 2012 baatii 11tti oomisha foonii fi aannan alatti ergamerraa Doolaarri miiliyoonni 68.13 argameera. Ministeerri Daldalaa fi…
Idil Addunyaa Jarmanitti namoonni kumaan lakkaa’aman tursa addaa seenan Obse Wakgari Jun 18, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 11,2012 (FBC) – Jarmanitti hojjettoonni qeeraa dhibbaan lakkaawwaman vaayrasii koroonaatin qabamuu ilaalchisee namoonni kumaan lakkawwaman tursiisa addaa akka seenan…